Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan
MUUXANNOOWWAN
“Yihowaa Tajaajiluuf Wantan Dandaʼu Hunda nan Godha”
Iirmaan umuriin ishii gara waggaa 90 taʼus, xalayaawwan ishii Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan garaa namoota xalayaawwan kana dubbisanii tuqeera.
jw.org/om irraa WAAʼEE KEENYA > MUUXANNOOWWAN > DHUGAA KITAABA QULQULLUU NAMOOTATTI HIMUU jedhu jalaa ilaali.
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Ispoortii Hojjechuuf Fedhii Akkan Qabaadhuuf Maal Gochuun Qaba?
Yeroo hunda ispoortii hojjechuun fayyaa qaama keetii fooyyessuu malee buʼaawwan akkamii argamsiisa?
jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.