Maxxansa Qoʼannaa
WAXABAJJII 2020
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: HAGAYYA 3-30, 2020
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Tikseen Israaʼel durii keessa ture tokko hoolaa isaa bade tokkoof ni yaada (Mata duree qoʼannaa 25, keeyyata 9 ilaali)