LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp21 Lakk. 2 ful. 3
  • Addunyaan Kana Irra Wayyu Nu Barbaachisa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Addunyaan Kana Irra Wayyu Nu Barbaachisa!
  • The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Weerara Dhibee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Waraanni Yoom Dhaabbata?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Raashiyaan Yuukreeniin Weerarte
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Hanqina Nyaataa Sababii Waraanaa fi Jijjiirama Qilleensaatiin kan Kaʼe Caalaatti Hammaachaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
Dabalataan Ilaaluuf
The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
wp21 Lakk. 2 ful. 3
Namichi tokko oduuwwan nama dhiphisan irraa garagalee jira. Oduuwwan waraana, dhukkuba, hiyyummaa, jeequmsaa fi haalawwan nama dhiphisan gabaasan kan birootiin marfameera.

Addunyaan Kana Irra Wayyu Nu Barbaachisa!

Barreessaa ol aanaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan taʼe Antooniyoo Gutereez, “Addunyaan keessa jiraannu jeequmsaan kan guutame dha” jedheera. Yaada kana irratti walii hin galtuu?

Oduuwwan dhageenyu gabaasawwan nama dhiphisaniin kan guutamani dha

  • Dhukkubaa fi weerara dhibee

  • Balaawwan uumamaa

  • Hiyyummaa fi beela

  • Faalamaa fi hoʼi addunyaa dabaluu isaa

  • Yakka, jeequmsaa fimalaanmaltummaa

  • Waraana

Dhuguma iyyuu, addunyaan kana irra wayyu nu barbaachisa. Addunyaa:

  • Dhukkubni keessa hin jirre

  • Namni hundi nageenyaa fi tasgabbii itti qabaatu

  • Nyaanni irraa hafaan keessa jiraatu

  • Haala naannoo dhukkubaaf namasaaxilu hin qabne

  • Namni hundi haqa itti argatu

  • Nagaadhaan guutame

Haa taʼu malee, addunyaan kana irra wayyu nu barbaachisa yeroo jennu maal jechuu keenya dha?

Addunyaa amma keessa jiraachaa jirru irra maaltu gaʼa?

Addunyaa kana irra wayyu keessa jiraachuuf maal gochuu dandeenya?

Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun gaaffiiwwan kanaa fi kana fakkaataniif deebii nama jajjabeessuu fi Kitaabni Qulqulluun kennu maal akka taʼe ibsa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi