Wantoota Fuula JW.ORG Irratti Baʼan
GAAFFII DARGAGGOOTA
Qalbii Koo Leenjisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Qalbiin kee nama akkamii akka taatee fi maaliif iddoo guddaa akka kennitu argisiisa. Qalbiin kee waaʼee kee maal ibsa?
jw.org irraa LAAYIBIRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.
FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA
Dubartii amanamtuun Maariyaam Magdalaa jedhamtu barattoota jalqaba Yesuus duʼaa kaʼuu isaa argan keessaa tokko dha. Ishiin misiraachoo kana warra kaanitti himuuf mirga argatteetti.
jw.org irraa LAAYIBIRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA jedhu jalaa ilaali.