Maxxansa Qoʼannaa
BITOOTESSA 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: CAAMSAA 3–WAXABAJJII 6, 2021
© 2020 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Daawit yommuu hoolota abbaa isaa tiksutti, hamma hoolota amaaketa irraa eeguutti illee, nama itti gaafatamummaan itti dhagaʼamuu fi hojii kennameef fiixaan baasu ture (Mata duree qoʼannaa 9, keeyyata 4 ilaali)