Maxxansa Qoʼannaa
ONKOLOOLESSA 2021
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: MUDDEE 6, 2021–AMAJJII 2, 2022
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Noh waggoota hedduudhaaf amanamummaadhaan lallabaa kan ture taʼus, maatii isaa irraa kan hafe namni isaa wajjin doonichatti gale hin jiru. Taʼus, Waaqayyoof ajajamuudhaan hojii inni isaaf kenne raawwateera. (Mata duree qoʼannaa 43, keeyyata 11 ilaali)