Wantoota Fuula JW Laayibirarii fi JW.ORG/om Irratti Baʼan
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera
Hojiin keenya biyyoota maallaqa gaʼaa hin qabne keessatti raawwatamu kan deggeramu akkamitti?
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI? jedhu jalaa ilaali.
jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI? jedhu jalaa ilaali.
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Yaada Koo Sassaabbachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Karaawwan teknoolojiin yaanni kee akka hihhiramu itti godhu sadii fi yaada kee sassaabbachuu irratti fooyyaʼinsa gochuuf maal gochuu akka dandeessu ilaali.
JW Laayibirarii irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.
Jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > GAAFFII DARGAGGOOTAA jedhu jalaa ilaali.