LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w22 Guraandhala ful. 32
  • Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
w22 Guraandhala ful. 32

Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

Haalli Gaddisiisaan Ishii Mudatus Jabaattee Itti Fufteetti

Verjeniyaan dhukkuba lookd iin siindiroom jedhamun waggaa 23f dhiphatteetti. Abdiin Kiristiyaanaa ishiin qabdu garuu jajjabinaa fi eegumsa ishiif argamsiiseera.

JW Library irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA jedhu jalaa ilaali.

jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA > RAKKINA DANDAMACHUU jedhu jalaa ilaali.

FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA

“Yihowaa Faarfadhaa”!

Miiriyaam raajittiin dubartoota Israaʼel geggeessuudhaan Galaanaa Diimaa biratti faarfannaan moʼichaa akka faarfatamu gooteetti. Jireenyi ishii ija jabina, amantii fi gad of qabuu nu barsiisa.

JW Library irraa BARREEFFAMOOTA > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA jedhu jalaa ilaali.

jw.org/om irraa LAAYIBRARII > MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN > FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA jedhu jalaa ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi