Maxxansa Qoʼannaa
BITOOTESSA 2022
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: CAAMSAA 2–WAXABAJJII 5, 2022
© 2021 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Zakkaariyaas mukeetii ejersaa lama mulʼataan argeera; mukeetiin kun zayitii baattuu ibsaa ibsaawwan torba qabuuf barbaachisu kennu (Mata duree qoʼannaa 12, keeyyata 6 ilaali)