LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w22 Onkoloolessa ful. 32
  • Wantoota Fuula JW Library fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW Library fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
w22 Onkoloolessa ful. 32

Wantoota Fuula JW Library fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

MATA DUREEWWAN DABALATAA

Yeroon Shororkeessummaan hin Jirre ni Dhufaa Laata?

Kitaabni Qulqulluun sababii guddaan shororkeessummaan itti jiraate maal akka taʼee fi waaʼee kanaa Waaqayyotti maaltu akka dhagaʼamu ni dubbata. Waadaa Waaqayyo sodaa fi hammeenya balleessuuf gales ni ibsa.

MUUXANNOOWWAN DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

Sabni Yihowaa Qeesota Aaraniif Gaarummaadhaan Deebii Kennan

Kitaabni Qulqulluun yeroo aarrutti illee garraamii akka taanu nu jajjabeessa. Gorsi kun dhugumaan ni hojjetaa?

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Ijaarsa Dhibee Daddarbaan Jalqabuu Isaa Dura Milkaaʼinaan Xumurame

Waggaa tajaajilaa 2020​tti iddoowwan waaqeffannaa 2,700 ol ijaaruuf ykn haaressuuf karoorfannee turre. Dhibee daddarbaan Kooviid-19 karoorawwan kana irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi