LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w22 Sadaasa ful. 32
  • Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
w22 Sadaasa ful. 32

Wantoota Fuula JW Library Fi JW.ORG/OM Irratti Baʼan

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Mana Kitaaba Harka Keessan Irra Jiru

Appilikeeshinii JW Library itti fufsiisuu fi fooyyessuuf carraaqqii akkamii akka gaafatu ilaali.

GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU

Amala Hiriyaa Gaaʼelaa Kee Si Aarsuuf Ilaalcha Gaarii Qabaadhu

Amalli si aarsu tokko akka walitti isin buusu heyyamuu mannaa, amala sana karaa adda taʼeen ilaaluuf carraaqqii godhi.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Kanan Jiraadhu Daandii Irra Ture”

Antooniyoon hammeenya raawwachuu, qoricha sammuu namaa hadoochuu fudhachuu fi alkoolii garmalee dhuguun isaa jireenyi kaayyoo akka hin qabnetti akka yaadu isa godheera. Wanti yaada isaa akka jijjiiru isa kakaase maali dha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi