Maxxansa Qoʼannaa
MUDDEE 2022
MATA DUREE QOʼANNAA: AMAJJII 30–GURAANDHALA 26, 2023
© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokko dha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Yeroo Bulchiinsa Barkumeetti obboleessi tokko dandeettii guddifachuu barbaadu tokko fooyyeffachuuf yaaluudhaan gammadaa jira (Mata duree qoʼannaa 50, keeyyata 19 ilaali)