Maxxansa Qoʼannaa
SADAASA 2023
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: AMAJJII 8–GURAANDHALA 4, 2024
© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAARRA JIRU:
Izraan cubbuu sabichi raawwateen kan kaʼe baayʼee waan gaddeef, mana qulqullummaa keessatti booʼaa fi kadhachaa jira. Uummatichis booʼaa jira. Shekaaniyaan, “Israaʼel amma iyyuu abdii qaba. . . . Nutis sii wajjin jirra” jechuudhaan Izraa jajjabeessaa jira.—Iz. 10:2, 4 (Mata duree qoʼannaa 48, keeyyata 17 ilaali)