LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w23 Onkoloolessa ful. 32
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sirreeffama Hubannaa Qabnurratti Godhame Hordofuu kan Dandeenyu Akkamitti?
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Wantoota Itti Amanan Tokko Tokko kan Jijjiiran Maaliifi?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
w23 Onkoloolessa ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Sirreeffama Hubannaa Qabnurratti Godhame Hordofuu kan Dandeenyu Akkamitti?

Yeroo Yihowaan barumsa Kitaaba Qulqulluu irraa jalaan ifa gochaa jiru kana keessa jiraachuun mirga guddaadha. (Dan. 12:4) Taʼus, sirreeffama hubannaa barumsawwan Kitaaba Qulqulluurratti godhame hordofuun rakkisaa nutti taʼuu dandaʼa. Sirreeffamoota kanaa fi ibsa isaanii eessaa argachuu dandeenya?

• LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA mata dureewwan tarreeffaman argachuuf, saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti, “Hubannaa Haaraa Amantii Keenya Ilaalchisee Arganne” (mallattoo waraabbii keessa galchi) jedhii barreessi.

• Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe irrattimmoo mata duree isa guddaa jalatti mata duree xixiqqaadhaan hiramanii tarreeffamaniiru. Mata duree, “Dhugaa Baatota Yihowaa” jedhu baniitii kutaa, “Ilaalchaa fi Amantii” jedhu jalaa mata duree, “Hubannaa Haaraa Amantii Keenya Ilaalchisee Arganne” jedhu ilaali.

Qoʼannaa dhuunfaa keerratti barumsa dhiheenyatti sirreeffamni irratti godhame tokko filattee, hubannaa yeroo ammaatti qabnuu fi yaada Kitaaba qulqulluu sirreeffamni sun irratti hundaaʼerratti maaliif qorannaa hin gootu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi