LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/14 ful. 3
  • Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qorannaa Gochuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Manni Kitaabaa Galma Mootummaa Kan Nu Fayyadu Akkamitti?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2014
km 11/14 ful. 3

Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru

Babalʼistoonni addunyaa maratti argamaniifi miliyoonaan lakkaaʼaman qorannaa gochuuf, barreeffama Watch Tower Publications Index jedhamutti fayyadamaa turaniiru. Haataʼu malee yaada balʼaa qabatee waan jiruuf, kan qophaaʼe afaanota muraasaan qofa ture. Kanaaf, Barreeffamni Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe jedhamu afaanota gara 170 taʼaniin qophaaʼeera. Yaadawwan Barreeffama Qorannaa kanarratti argaman kan fudhataman barreeffamoota bara 2000 asitti qophaaʼanirraati. Barreeffamni Qorannaa kun afaanota duraan Indeeksii qabaniin hin qophoofne; kanaa mannaa bifa elektiroonikiitiin qophaaʼee Laayibrarii Masaraa Eegumsaafi LAAYIBIRARII INTARNEETIIRRAA irratti akka dabalamu godhameera. Barreeffamni Barreeffama Qorannaa jedhamu kun, gaaffiiwwan Macaafa Qulqulluutiif deebii argachuuf, wantoota dhimma dhuunfaa wajjin wal qabatan ilaalchisee odeeffannoo argachuuf, akkasumas walgaʼiiwwan gumiifi waaqeffannaa maatiitiif qophaaʼuuf isin gargaara.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi