LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w23 Muddee ful. 1-32
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
w23 Muddee ful. 1-32
Obboleettii dargaggeettii fi obboleessa dargaggeessa gammachuudhaan gara bilchinaatti guddachaa jiran. Obboleettiin Kitaaba Qulqulluu qabattee xiinxalaa jirti; obboleessimmoo tajaajilarratti hirmaachaa jira. Fakkiiwwan garaa garaa: Obboleettotaa fi obboloota dargaggoo bilchina qabanii fi sochiiwwan hafuuraarratti hirmaachaa jiran. 1. Obboleettiin takka Beetelitti minjaala nyaataa qopheessaa jirti. 2. Obboleettonni lama tajaajilarratti dubartii tokkoof caqasa dubbisaa jiru. 3. Obboleettiin takkaa fi obboleettiin maanguddoon takka gaariidhaan lallabaa jiru. 4. Obboleessi tokko taableetii isaatti akkamitti akka fayyadamu obboleessa maanguddoo tokkotti argisiisaa jira. 5. Obboleessi tokko walgaʼii gumiirratti waltajjiirraa Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jira. 6. Obboleessi hojii ijaarsaarratti hirmaachaa jiru tokko magaaziitti fayyadamee waa muraa jira.

Maxxansa Qoʼannaa

MUDDEE 2023

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: GURAANDHALA 5–BITOOTESSA 3, 2024

© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.

FAKKII QOLA ISAARRA JIRU:

Dubartoonnii fi dhiironni Kitaaba Qulqulluu baratanii fi wanta baratan hojiirra oolchan hedduun Kiristiyaanota bilchaatoo taʼuu dandaʼaniiru (Mata duree qoʼannaa 52, keeyyata 21 fi mata duree qoʼannaa 53, keeyyata 19-20 ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi