LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwbq mataduree 7
  • Waaqayyo Humna Eenyummaa Mataa Isaa hin Qabne Dhaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo Humna Eenyummaa Mataa Isaa hin Qabne Dhaa?
  • Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Deebii Kitaaba Qulqulluu
  • Humni Waaqayyoo Urjootarratti Ni Mul’ata
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Gaʼee Hafuurri Qulqulluun Hojii Uumamaarratti Qabu!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
ijwbq mataduree 7
Namni tokko ol jedhee urjiilee yommuu ilaalu

Waaqayyo Humna Eenyummaa Mataa Isaa hin Qabne Dhaa?

Deebii Kitaaba Qulqulluu

Waaqayyo uumama cufa keessatti humna isaa isa daangaa hin qabne itti fayyadama. Kitaabni Qulqulluun urjiilee biliyoonaan lakkaaʼaman akkamitti akka uume yeroo dubbatu akkana jedha: “Mee ol jedhaatii ija keessaniin ilaalaa! Urjoota kana hundumaa eenyutu uume? Macca isaanii lakkoobsaan eenyutu gad yaasa? [Waaqayyo] hunduma isaaniis maqaa maqaadhaan in waama, inni humna-qabeessaa fi aango-qabeessa waan taʼeef, isaan keessaa kan dhabamu tokko illee hin jiru.”—Isaayaas 40:25, 26.

Taʼus Waaqayyo humna eenyummaa mataa isaa hin qabne akka taʼe goonee yaaduu hin qabnu. Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo miira, jechuunis wanta jaallatuu fi wanta jibbu akka qabu ibsa. (Faarfannaa 11:5; Yohaannis 3:16) Kana malees, gochi ilmaan namootaa Waaqayyoon kan gammachiisu ykn kan gaddisiisu akkamitti akka taʼe ni ibsa.—Faarfannaa 78:40, 41.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi