QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Weedduu Simbira Muuziqaa
Saanduqni sagalee simbirroota qofa keessatti argamu muuziqaa gosa garaagaraa wal xaxaa taʼe uumuuf isaan gargaara.
Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.
Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.
QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Saanduqni sagalee simbirroota qofa keessatti argamu muuziqaa gosa garaagaraa wal xaxaa taʼe uumuuf isaan gargaara.