LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 5
  • Faarfannaatti Fayyadamaatii Gammachuudhaan Yihowaa Jajadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faarfannaatti Fayyadamaatii Gammachuudhaan Yihowaa Jajadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faarfannaawwan Mootummichaa Ija Jabina Akka Qabaannu Nu Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Faarfannaawwan Haaraa Waaqeffannaadhaaf Gargaaran!
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Gammachuudhaan Faarfadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 5
Michuu Yihowaa Taʼi Faarfannaa 84: Bakka Gargaarsi Barbaachisutti Tajaajiluu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaatti Fayyadamaatii Gammachuudhaan Yihowaa Jajadhaa

Phaawulosii fi Siilaas yeroo mana hidhaa turanitti faarfannaadhaan Yihowaa jajachaa turan. (HoE 16:25) Faarfachuun isaanii jabaatanii dhaabachuuf akka isaan gargaare hin shakkisiisu. Waaʼee keenya hoo maal jechuutu dandaʼama? Faarfannaawwan waaqeffannaaf itti fayyadamnuu fi faarfannaawwan kaan nu jajjabeessu; akkasumas yeroo qorumsi nu irra gaʼutti amanamoo taanee akka jiraannu nu gargaaru. Hunda caalaa garuu Yihowaa jajachuuf tajaajilu. (Far 28:7) Yoo xinnaate walaloo faarfannaawwan tokko tokkoo sammuutti akka qabannu jajjabeeffamaa turreerra. Isin hoo kana gochuuf yaaltaniittuu? Waaqeffannaa maatii keenya irratti faarfannaawwan shaakaluu dandeenya; kun immoo walaloo isaanii sammuutti qabachuuf nu gargaara.

VIIDIYOO IJOOLLEEN FAARFANNAADHAAN YIHOWAA JAJATU JEDHAMU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN KANAA GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Shamarran lama kutaa waraabbiitti yommuu faarfatan

    Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuun dhiibbaa gaarii akkamii nu irratti godha?

  • Obboleettiin tokko faarfannaa waraabamuuf yommuu ijoollee qopheessitu

    Kutaan Sagalee fi Viidiyoo faarfannaa tokko waraabuuf qophii akkamii godha?

  • Maatiin tokko waaqeffannaa maatii isaanii irratti yommuu faarfannaa faarfatan

    Ijoollee fi maatiin isaanii faarfannaa waraabamuuf kan qophaaʼan akkamitti?

  • Ijoolleen baayʼatanii yeroo waliin faarfatan

    Faarfannaawwan ati baayʼee jaallattu kamfaʼi? Maaliif?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi