LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g19 Lakk. 3 ful. 14-15
  • Kitaaba Hundumaa Caalaa Fayyadu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaaba Hundumaa Caalaa Fayyadu
  • Dammaqaa!—2019
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • HIIKAMUU FI RAABSAMUU KITAABA QULQULLUU
  • CAALAATTI BARADHU
  • DHUGAA BAATOTA YIHOWAA FI KITAABA QULQULLUU
  • HIIKA ADDUNYAA HAARAA
  • Yihowaan Waaqa Warra Kaaniif Yaada Isaa Ibsu Dha
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Kitaabni Qulqulluun Nu Bira kan Gaʼe Akkamitti?
    Dammaqaa!—2007
  • Meeshaalee Lallabaa—Namoota Addunyaa Maratti Argamaniif Barreeffamoota Qopheessuu
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
  • Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
    Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2019
g19 Lakk. 3 ful. 14-15
Dubartiin takka Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti

Kitaaba Hundumaa Caalaa Fayyadu

Kitaabni Qulqulluun hiikamuu fi raabsamuudhaan kitaaba hundumaa ni caala. Kanaafuu, ogummaan kitaabicha keessatti argamu barreeffama kamiyyuu caalaa namoota hedduu bira gaʼeera, akkasumas fayyadeera. Mee gabaasa kana ilaali:

HIIKAMUU FI RAABSAMUU KITAABA QULQULLUU

Kitaaba Qulqulluu walirra tuulame
  • Uummanni addunyaa 96.5% Kitaaba Qulqulluu argateera

  • Afaanota 3,350n ARGAMA (GUUTUUNSAA YKN GARTOKKOONSAA)

  • 5,000,000,000 Tilmaamaan koppii ittiin maxxanfame; kun kitaaba kamirrayyuu baayʼee kan caaludha

CAALAATTI BARADHU

WEEBSAAYITII KEENYA JW.ORG ILAALI. ACHIRRAA

  • Kitaaba Qulqulluu interneetiirraa dubbisuu dandeessa (afaanota dhibbaan lakkaaʼamaniin argama)

  • Buufachuu dandeessa

  • Gaaffilee Kitaaba Qulqulluutiif deebii argatta

  • Kitaabni Qulqulluun jireenya namoota hedduu akkamitti akka fooyyesse dubbisuu dandeessa

  • Kitaaba Qulqulluu intarneetiidhaan qoʼadhua

  • Kitaaba Qulqulluu qoʼachuuf gaafadhu

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA FI KITAABA QULQULLUU

DHUGAA BAATONNI YIHOWAA KITAABA QULQULLUU HIIKUU FI RAABSUURRATTI HIRMAANNAA GUDDAA GOCHAA JIRU.

Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu waggoota hedduudhaaf raabsaa turre keessaa muraasa isaanii:

  • American Standard Version bara 1901​tti qophaaʼe

  • The Bible in Living English, Byington

  • The Emphatic Diaglott

  • King James Version

  • Revised Standard Version

  • Tischendorf’s New Testament

HIIKA ADDUNYAA HAARAA

Giraafii guddina maxxansa Hiika Addunyaa Haaraa bara 1950 hanga 2020​tti ture argisiisu
  • Afaanota 180+ ARGAMA (GUUTUUNSAA YKN GARTOKKOONSAA)

  • MILIYOONA 227 HIIKA ADDUNYAA HAARAA BARA 1950 KAASEE MAXXANFAME

a Yeroo ammaatti kan argamu Ingiliffaa fi Afaan Poortugaaliin qofadha. Afaanota kan biroodhaan dhiheenyatti jalqaba.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi