LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g21 Lakk. 1 ful. 15
  • Ogummaa Argachuu ni Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ogummaa Argachuu ni Dandeessa
  • Dammaqaa!—2021
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Ogummaa Isaa Irraa Akka Fayyadamtu Barbaada
  • Ogummaa Waaqayyoo Argachuu ni Dandeessa
  • Waaqayyoon Dhaggeeffachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Wanta Sirrii fi Dogoggora Taʼe: Filannaa Gochuu Qabdu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
  • Kitaaba Qulqulluu—Kitaaba Waaqayyo Biraa Dhufe
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Dhugumaan Misiraachoon Kun Waaqayyo Biraa Dhufee?
    Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2021
g21 Lakk. 1 ful. 15

Ogummaa Argachuu ni Dandeessa

“Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin . . . barreeffaman.” (2 Ximotewos 3:16) Yaanni “geggeessaa hafuura Waaqayyootiin” jedhu Waaqni inni Hundumaa Dandaʼu yaada isaa sammuu namoota Kitaaba Qulqulluu barreessanii keessa akka kaaʼe argisiisa.

WAAʼEE KITAABA QULQULLUU

  • Kutaawwan Kitaaba Qulqulluu.

    66

    Kitaabota ykn kutaawwan Kitaaba Qulqulluu.

  • gubbaa irraan ifni yeroo ifu harki tokko barreessaa jira.

    40

    Namoota Waaqayyo Kitaaba Qulqulluu barreessisuuf itti fayyadame.

  • Safartuu yeroo.

    Dh.K.D. bara 1513

    Bara Kitaabni Qulqulluun barreeffamuu jalqabe—waggaa 3,500 dura!

  • Qubeewwan afaanota garaa garaa.

    3,000+

    Afaanota Kitaabni Qulqulluun ykn kutaawwan isaa ittiin argaman.

Waaqayyo Ogummaa Isaa Irraa Akka Fayyadamtu Barbaada

“Ani . . . Yihowaa isa wanta si fayyadu si barsiisu, karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha. Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture! Silaa nagaan kee akkuma lagaa, qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.”—ISAAYYAAS 48:17, 18.

Yaada kana akka affeerraa Waaqayyo dhuunfaatti siif dhiheessetti ilaaluu dandeessa. Inni nagaa sammuu fi gammachuu dhugaa akka argattu barbaada; wantoota kana argachuu akka dandeessus si gargaara.

Ogummaa Waaqayyoo Argachuu ni Dandeessa

“Saba hundumaatiif misiraachoon lallabamuu qaba.”—MAARQOS 13:10.

“Misiraachoon” kun waadaa Yihowaan rakkina balleessuuf, lafa jannata gochuuf, akkasumas namoota jaallannuu fi nu jalaa duʼan gara jireenyaatti deebisuuf gale dabalata. Dhugaa Baatonni Yihowaa ergaa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe kana addunyaa maratti lallabaa jiru.

Kitaaba Qulqulluu Dubbisuun Koo Gaaffii Kootiif Deebii Argachuuf Na Gargaareera

“Xinnummaa kootii kaasee yaanni, ‘Uumaan eenyu?’ jedhu bitaa natti taʼa ture. ‘Tokkoon tokkoon sabootaa waaqa ykn uumaa mataa isaanii akkamitti qabaachuu dandaʼu?’ jedheen yaada ture. Kitaabni Qulqulluun Roomaa 3:29 irratti Waaqni dhugaan “saboota kaaniifis Waaqa” taʼuu isaa akka dubbatu beekuun koo baayʼee na gammachiise. Inni maqaa dhuunfaa Yihowaa jedhamu qaba; michoota isaa akka taanus ni barbaada.”—Raakeesh.

Raakeesh.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi