LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • my seenaa 115
  • Jannata Haaraa Lafarratti Dhaabamtu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jannata Haaraa Lafarratti Dhaabamtu
  • Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Eenyufaatu Duʼaa Kaʼa? Isaanoo Eessa Jiraatu?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalinnii?
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • “Jannata Keessatti Wal Argina!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalidha?
    Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
my seenaa 115

SEENAA 115

Jannata Haaraa Lafarratti Dhaabamtu

MEE muka dhedheeraa, abaaboowwan mimmiidhaganiifi gaarawwan gurguddaa kana ilaali. Hin bareedanii? Gadamsa harka mucaa xinnoorraa nyaatu kana ilaali. Leencotaafi fardeen dirree sanarra dhaabatanii jiranis ilaali. Mana bakka akkasiitti ijaarame keessa jiraachuu hin barbaadduu?

Waaqayyo lafa jannata taate keessa bara baraaf akka jiraattu barbaada. Dhukkubootaafi dhibeewwan adda addaa yeroo ammaa nama dhiphisan akka sirra ga’an hin barbaadu. Macaafni Qulqulluun, namoota jannata haaraa keessa jiraataniif akkas jechuudhaan abdii kenna: ‘Waaqayyo isaanii wajjin ta’a. Duunis ta’e gaddi hin jiraatu. Wanti kanaan dura ture darbeera.’

Yesus jijjiiramni dinqisiisaan akkasii akka raawatamu ni godha. Kana kan godhu yoom akka ta’e beektaa? Hammeenyaafi namoota hamoo lafarraa erga balleessee boodadha. Yesus yeroo lafarra turetti, namoota dhukkuba kaminiyyuu qabaman fayyiseera; kan du’anillee kaaseera. Yesus kana kan godhe, yeroo Mootii mootummaa Waaqayyoo ta’utti kana hundumaa guutummaa lafaarratti akka raawwatu argisiisuuf jedheeti.

Jannata haaraa lafarratti dhaabattu keessa haalli gammachiisaan akkamii akka jiraatu mee yaadi! Yesus namoota muraasa filatee wajjin samiirra taa’ee ni bulcha. Bulchitoonni kun fedhii namoota lafarra jiran hundaa ni guutu; akkasumas gammadoo isaan taasisu. Waaqayyo, jannata haaraa dhaabu keessatti jireenya bara baraa akka nuu kennuuf maal gochuu akka qabnu mee haa ilaallu.

Mul’ata 21:3, 4; 5:9, 10; 14:1-3.

Gaaffiiwwan Qayyabannaadhaaf Qophaa’an

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi