LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • gf barumsa 13 ful. 21
  • Ayyaana Heduufi Qoricha Namatti Gochuun Cubbuudha

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ayyaana Heduufi Qoricha Namatti Gochuun Cubbuudha
  • Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qaallummaa, Moraafi Budaa Ilaalchisee Dhugaansaa Maalidha?
    Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu Argatteettaa?
  • Amantii Sobaarraa Fagaadhu; Amantii Dhugaa Hordofi
    Daandii Jireenya Barabaraatti Geessu Argatteettaa?
  • Gargaarsa Yihowaatiin Hafuurota Hamoo Mormaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Yihowaa Malee Seexana Hin Tajaajilin
    Ekeraan Namoota Du’anii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhuu Danda’uu? Dhugumaanoo Jiruu?
Dabalataan Ilaaluuf
Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
gf barumsa 13 ful. 21

BARUMSA 13

Ayyaana Heduufi Qoricha Namatti Gochuun Cubbuudha

Lafee mataa namaa, qoricha humna addaa qaba jedhamee yaadamu, namoota nama dawweessan

Seexanni akka ayyaana heddu barbaada. Namoonni baayʼeen, waan hamaarraa akka isaan oolchaniif firoottansaanii warra duʼaniif aarsaa dhiheessu. Kana kan godhanis humnoota hafuuraa waan sodaataniifidha. Qubeelaa ykn amartii qorichi itti godhame godhatu. “Qoricha” namoota beekaadha jedhamaniin hojjetame ni dhugu ykn qaamasaaniitti dibatu. Namoonni tokko tokko wanta balaarraa nu eega jedhanii abdatan manasaanii keessatti ykn lafa qotanii dhoksu. Warri kaanimmoo daldalasaaniirraa buʼaa argachuuf, qormaata darbuuf ykn kaadhima argachuuf ‘qorichatti’ fayyadamu.

Dhiibbaa Seexanaarraa eegumsa argachuuf karaan hundarra caalu Yihowaa michuu godhachuudha. Yihowaafi ergamoonnisaa, Seexanaafi hafuurota hamoo caalaa humna qabu. (Yaaqoob 2:19; Mulʼata 12:9) Yihowaan michootasaa warra guutummaatti isaaf amanamoo taʼan gargaaruuf humnasaatti fayyadama.—2 Seenaa 16:9.

Dubbiin Waaqayyoo, “Ayyaana hin hedinaa” jedha. Ayyaana heduufi qoricha namatti gochuun, nama tokko toʼannaa Seexanaa jala waan galchuuf, Yihowaan namoota gocha akkasii raawwatan ni balaaleffata.—Lewwoota 19:26.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi