LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 21
  • Warri Oo’an Haa Gammadan!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warri Oo’an Haa Gammadan!
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Abbaan Keessan Oo’a Qabeessa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Waaqa “Gara Laafinni Isaa Guddaa” Taʼe Tajaajilla
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Oo’a Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • “Warri Gara Laafeyyii Taʼan Gammadoo Dha”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 21

Faarfannaa 21

Warri Oo’an Haa Gammadan!

(Maatewos 5:⁠7)

1. Oo’a qabeeyyiin gammadaa!

Waaqayyo iisin jaallataa.

Waaqni oo’atti gammadaa

Kana himaa yeroo hundaa.

Karaa Yesus nuu oo’eeraa,

Namaaf furii dhiheesseera.

Cubbuun keenya iisaaf iifaa

Qajeelotaaf garaa laafaa.

2. Gammadoodha warri oo’an;

Isaanis oo’a argatan.

Aarsaan Kiristos dhiheesse.

Dhiifama nuu argamsiisee,

Oo’a kana babal’isu,

Dubbii Waaqaa hundaaf labsu.

Waan dhihaateef Mootummaan kun

“Jabaadhaa” jedhaa namootaan.

3. Ni gammadu garraamonnii

Firdii gaarii argatanii.

Araarasaa ni hubatu,

Namaa oo’uuf tattaafatu.

Garaa laafuuf haa carraaqnu

Gama kanaan haa guddannu.

Akkuma Waaqaafi Yesus;

Oo’a haa qabaannu nutis.

(Dabalataan Luq. 6:​36; Rom. 12:8; Yaq. 2:​13 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi