LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 35
  • Obsa Waaqayyoo Dinqisiifachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Obsa Waaqayyoo Dinqisiifachuu
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obsa Yihowaatiif Galateeffachuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Waan Hundumaatiif Galateeffadhaa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Carraa Argattanitti Ni Fayyadamtuu?
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Obsuu Kee Itti Fufi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 35

Faarfannaa 35

Obsa Waaqayyoo Dinqisiifachuu

(2 Phexros 3:⁠15)

1. Waaqa guddaa irreen kee jabaa,

Murtoo haqaa situ qabaa.

Hammeenyi guute lafattii,

Hin gammadduu waan kanattii.

Beekna tarkaanfii ni fudhattaa;

Hammeenya ni barbadeessitaa.

Abdiif amantiin si eegnaa,

Obsa keetiif si dinqisiifnaa.

2. Waggaan kumni ilaalcha keettii,

Akka guyyaa tokkittiiti.

Guyyichatti dhihaanneerraa;

Hin oolu murteeffameeraa.

Garaankee cubbuutti ni gaddaa,

Cubbamaan yoo fayye gammaddaa.

Haaromsa dhufu ni eegnaa,

Garaadhaa maqaakee faarfannaa.

(Dabalataan Luq. 15:7; 2 Phe. 3:​8, 9 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi