LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 3 ful. 8-9
  • Jireenyi Jannataa Maal Fakkaata Ture?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jireenyi Jannataa Maal Fakkaata Ture?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Hundumarra Ni Caala
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • Iddoo Jireenyaasaaniitii Kan Baafaman Maaliifi?
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Seexana Dhaga’uunsaanii Rakkina Akkamii Fide?
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Kutaa 3
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 3 ful. 8-9

KUTAA 3

Jireenyi Jannataa Maal Fakkaata Ture?

Yihowaan Addaamiifi Hewwaaniif wantoota gaggaarii hedduu kenneera. Uumama 1:28

Yihowaan Hewwaaniin erga uumee booda Addaamiif ishii kenne

Yihowaan dubartii ishee jalqabaa Hewwaaniin erga uumee booda, haadha manaasaa akka taatuuf Addaamiif kenne.—Uumama 2:21, 22.

Yihowaan sammuufi qaama mudaa hin qabne akka qabaatan godhee isaan uumeera.

Addaamii fi Hewwaan gara jannata iddoo jireenyaa isaanii taatee yommuu ilaalan

Dhaaba Eeden, ishee miidhagduu bakka lageen, mukeetiin ija godhataniifi bineensoonni keessatti argaman keessa jiraatu turan.

Yihowaan isaanitti dubbata ture; isaan barsiisas ture. Utuu isa dhaggeeffataniiru taʼee lafa Jannata taaterra barabaraaf jiraatu turan.

Waaqayyo ija mukeetii keessaa isa tokko akka hin nyaanne isaan dhowwee ture. Uumama 2:16, 17

Muka jannata keessa jiruu fi Yihowaan Addaamii fi Hewwaan akka irraa hin nyaanne isaanitti hime

Ergamoota Waaqayyoo keessaa inni tokko Yihowaarratti kaʼe. Ergamaan hamaa taʼe kun Seexana ykn Diiyaabilos jedhama.

Ergamaan inni hamaan, jechuunis Seexanni Hewwaaniin haasofsiisuuf bofatti fayyadameera

Yihowaan ija mukaa tokko Addaamiifi Hewwaanitti argisiisuudhaan, yoo ija mukaa kana nyaatan akka duʼan isaanitti hime.

Seexanni, Addaamiifi Hewwaan Yihowaadhaaf akka ajajaman hin barbaadu ture. Kanaaf, bofatti fayyadamee ija mukaa sanarraa yoo nyaatte akka hin duuneefi akka Waaqayyoo akka taatu Hewwaanitti hime. Wanti inni dubbate kun garuu soba ture.—Uumama 3:1-5.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi