LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 4 ful. 10-11
  • Seexana Dhaga’uunsaanii Rakkina Akkamii Fide?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seexana Dhaga’uunsaanii Rakkina Akkamii Fide?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jireenyi Jannataa Maal Fakkaata Ture?
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Kutaa 4
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Warri Duʼan Eessa Jiru?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Kan Dulloomnuu Fi Kan Duunu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 4 ful. 10-11

KUTAA 4

Seexana Dhagaʼuunsaanii Rakkina Akkamii Fide?

Addaamiifi Hewwaan Waaqayyoof waan hin abboomamneef duʼaniiru. Uumama 3:6, 23

Hewwaan ija mukaa dhoowwame irra erga nyaattee booda Addaamiif yommuu kennitu

Hewwaan wanta bofni jedhe dhageessee ija mukaa sanarraa nyaatte. Addaamiifis kan kennite siʼa taʼu, innis ni nyaate.

Addaamii fi Hewwaan jannata keessaa yommuu ba’an

Wanti isaan raawwatan kun dogoggora, jechuunis cubbuu ture. Kanaaf Waaqayyo Jannata keessaa isaan ariʼe.

Addaamii fi Hewwwaan yeroo dulloomanii fi du’an

Sana booda isaaniifis taʼe ijoolleesaaniitiif jireenyi ulfaataa taʼe. Boodas dulloomanii duʼan. Yeroo duʼan jireenyaa ala taʼani malee, gara addunyaa hafuuraa hin dhaqne.

Namoonni duʼan biyyoo taʼu. Uumama 3:19

Namoota aadaa garaa garaa qabanii fi bara adda addaa keessa jiraatan

Hundi keenya sanyii Addaamiifi Hewwaan waan taaneef ni duuna. Namoonni duʼan ilaaluu ykn dhagaʼuu ykn waa gochuu hin dandaʼan.—Lallaba 9:5, 10.

Maatii du’a Intala isaaniitti gaddan

Yihowaan namoonni akka duʼan hin barbaadu. Kanaaf, yeroo dhihootti namoota duʼan duʼaa ni kaasa. Namoonni kun yoo isa dhaggeeffatan barabaraaf jiraatu.

  • Kan duunu maaliifi?—Roomaa 5:12.

  • Duuti ni bada.—1 Qorontos 15:26.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi