LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 8 ful. 18-19
  • Duuti Yesus Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Duuti Yesus Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kutaa 8
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Waa’ee Mootummaa Waaqayyoo
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 8 ful. 18-19

KUTAA 8

Duuti Yesus Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Yesus jireenya akka argannuuf nuu duʼeera. Yohannis 3:16

Yesus samiirratti mirga Waaqayyoo ta’ee

Yesus duʼee guyyaa sadii booda, dubartoonni tokko tokko bakka inni itti awwaalame yeroo dhaqan boolla keessaa isa dhaban. Yihowaan Yesusiin duʼaa kaasee ture.

Maariyaam yeroo ulfa taatee jirtuu fi erga Yesusiin deessee booda

Yesus yeroo booda ergamootasaatti mulʼateera.

Eeyyee, Yihowaan qaama hafuuraa humna guddaa qabuufi barabaraaf hin duune godhee duʼaa isa kaaseera. Ergamoonni Yesus, yeroo inni gara samiitti ol baʼu isa arganiiru.

  • “Beenyaan” cubbuu maalidha?—Roomaa 6:23.

  • Yesus jireenya barabaraatiif karaa baneera.—Roomaa 5:21.

Waaqayyo Yesusiin duʼaa kaasee, Mootii Mootummaa Waaqayyoo isa godheera. Daaniʼel 7:13, 14

Yesus waa’ee Yihowaa namoota barsiiseera

Yesus ilmaan namootaatiif lubbuusaa furii godhee kenneera. (Maatewos 20:28) Waaqayyo furii kanarratti hundaaʼee jireenya barabaraa nuu kenna.

Yihowaan, Yesus lafa kana akka bulchu Mootii godhee isa muudeera. Namoonni amanamoon 144,000 taʼan duʼaa kaʼanii samiirratti isaa wajjin bulchu. Yesusiifi namoonni 144,000 taʼan, Mootummaa Waaqayyoo, jechuunis bulchiinsa samii isa qajeelaa taʼe hundeessu.—Mulʼata 14:1-3.

Mootummaan Waaqayyoo lafa kana jannata godha. Waraanni, hammeenyi, hiyyummaaniifi beelli hin jiraatu. Namoonni gammachuu dhugaa argatanii jiraatu.—Faarfannaa 145:16.

  • Mootummaan Waaqayyoo eebbawwan akkamii fida?—Faarfannaa 72.

  • Mootummaan Waaqayyoo akka dhufu kadhachuu qabna.—Maatewos 6:10.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi