LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 10 ful. 22-23
  • Warri Yihowaa Dhaggeeffatan Eebba Akkamii Argatu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warri Yihowaa Dhaggeeffatan Eebba Akkamii Argatu?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kutaa 10
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Michoonni Waaqayyoo Jannata Keessa Jiraatu
    Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalinnii?
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Rakkina Danda’uudhaan Faayidaa Argachuu Dandeenya
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 10 ful. 22-23

KUTAA 10

Warri Yihowaa Dhaggeeffatan Eebba Akkamii Argatu?

Namoota duʼan keessaa garri caalaan duʼaa kaʼanii lafarra jiraatu. Hojii Ergamootaa 24:15

Guyyoota dhumaatti rakkinoonni ni baay’atu—qumaara, waraana, dhukkuba, hanqina nyaataa, warraaf ajajamuu diduu fi miidhaa mana keessatti namootarra ga’u

Yihowaa kan dhaggeeffattu yoo taʼe eebba akkamii akka argattu mee yaadi! Achi keessatti namni dhukkubsatuufi hirʼina qaamaa qabu waan hin jirreef, fayyaa guutuu qabaatta. Namoonni hamoon waan hin jiraanneef, namoota hundumaa amanuu dandeessa.

Dhukkubni, gaddi ykn booʼichi hin jiraatu. Namni dulloomuufi duʼus hin jiru.

Michootakeefi miseensota maatiikee gidduu jiraatta. Jannata keessa jiraachuun baayʼee nama gammachiisa.

Wanti nama sodaachisu hin jiraatu. Namoonni gammachuu dhugaa argatu.

Mootummaan Waaqayyoo dhiphina hunda ni balleessa. Mulʼata 21:3, 4

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi