LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 11 ful. 24-25
  • Yihowaan Nu Dhagaʼaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Nu Dhagaʼaa?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Mirga Kadhannaa
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaadhu
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Waaqayyo Kadhannaa Kee Akka Dhagaʼu Akkamitti Mirkanaaʼaa Taʼuu Dandeessa?
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 11 ful. 24-25

KUTAA 11

Yihowaan Nu Dhagaʼaa?

Waaqayyo kadhannaa keenya ni dhagaʼa. 1 Phexros 3:12

Teessoo Yihowaa samii irra jiru

Yihowaan ‘kadhata namaa ni dhagaʼa.’ (Faarfannaa 65:2) Garaadhaa akka isatti dubbannu barbaada.

Namichi tokko kadhachaa jira

Yihowaatti malee, eenyuttiyyuu kadhannaa hin dhiheessin.

  • Yesus akkamitti kadhachuu akka qabnu nu barsiiseera.—Maatewos 6:9-15.

  • Waaqayyo eenyuunfaa dhagaʼa?—Faarfannaa 145:18, 19.

Waaʼee wantoota hedduu kadhachuu dandeenya. 1 Yohannis 5:14

Yesusii fi namoota 144,000 Mootummaa isaa keessatti

Yihowaan wanta gaarii gochuuf akka si gargaaru gaafadhu. Waaʼee nyaataa, waaʼee hojii, waaʼee manaa, waaʼee uffataafi waaʼee fayyaakee kadhachuus ni dandeessa.

Wanta inni sii godhe akka dinqisiifattu argisiisuuf, maqaa Yesusiin kadhadhu.

Kiristiyaana Yihowaan wanta isaa fi maatii isaatiif barbaachisu akka isaaf guutuu fi wanta gaarii raawwachuuf Yihowaan akka isa gargaaru isatti amanamee jiru

Fedhiin Waaqayyoo samiirrattis taʼe lafarratti akka raawwatamu kadhadhu.

  • Yihowaan kadhannaa namoonni wanta sirrii taʼe raawwatan dhiheessan ni dhagaʼa.—Fakkeenya 15:29.

  • Hin dhiphatin.—Filiphisiiyus 4:6, 7.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi