LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 14 ful. 30-31
  • Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuukee Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuukee Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kutaa 14
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Waaqayyoof Of Murteessuu fi Cuuphamuun Qabaa?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Jaalalli Waaqayyoo Bara Baraaf Jiraata
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • “Ati Qofti Amanamaa” Dha
    Yihowaatti Dhihaadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 14 ful. 30-31

KUTAA 14

Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuukee Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Waaqayyo cinaa dhaabadhu. 1 Phexros 5:6-9

Kiristiyaana Waaqeffannaa sobaa ykn warraaqsa siyaasaa mormaa jiru

Duudhaawwan Macaafa Qulqulluu wajjin wal faallessan kamirrattiyyuu hirmaachuurraa of qusadhu. Kana gochuun ija jabina gaafata.

Dhimmawwan siyaasaa keessa hin seenin; isaan Yihowaas taʼe Mootummaasaa hin deggeran.

  • Yihowaan namoota isaaf amanamoo taʼan ni eega.—Faarfannaa 97:10.

Waaqayyoon dhaggeeffachuudhaan filannoo sirrii godhi. Maatewos 7:24, 25

Namichi tokko walgaʼii irratti argamuuf Galma Walgaʼii dhufaa jira, achii immoo Dhugaa Baatuu tokkoo wajjin Macaafa Qulqulluu qoʼachaa jira

Dhugaa Baatota Yihowaa wajjin walgaʼiirratti argami; isaanis Waaqayyootti akka dhihaattu si gargaaru.

Waaʼee Waaqayyoo barachuukee itti fufi; abboommiiwwansaatiif ajajamuufis carraaqqii godhi.

Nama kadhannaadhaan Yihowaadhaaf of murteessaa jiruu fi booda immoo cuuphame

Amantiinkee yeroo jabaatu, Yihowaadhaaf of murteessuudhaan cuuphamuu qabda.—Maatewos 28:19.

Waaqayyoon dhaggeeffadhu. Macaafa Qulqulluu dubbisi; hubannaa dabalataa argachuufis Dhugaa Baatonni Yihowaa akka si gargaaran gaafadhu. Achiis, wanta baratte hojiirra oolchi. Akkas yoo goote, barabaraaf jiraatta.—Faarfannaa 37:29.

  • Yaada garaa geddarachuudhaan, Waaqayyoo dhiifama akka siif godhu gaafadhu.—Hojii Ergamootaa 3:19.

  • Karaa jireenyatti geessurra adeemi.—Maatewos 7:13, 14.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi