LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 13 ful. 28-29
  • Waaqayyoon Gammachiisuuf Maal Gochuu Qabna?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyoon Gammachiisuuf Maal Gochuu Qabna?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Michoonni Waaqayyoo Wanta Gadheerraa Ni Fagaatu
    Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Gochawwan Waaqayyo Jibbu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Kutaa 13
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Yihowaan Waaqa Dhugaa Waan Ta’eef Ol Ol Isa Godhi
    Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 13 ful. 28-29

KUTAA 13

Waaqayyoon Gammachiisuuf Maal Gochuu Qabna?

Wanta gadhee raawwachuurraa fagaadhu. 1 Qorontos 6:9, 10

Wantoota Waaqayyo jibbu—hanna, machii, garmalee dhuguu, lola, fakkiiwwanitti kadhannaa dhiheessuu, waaqolii sobaa waaqeffachuu

Yihowaa kan jaallannu yoo taʼe wantoota inni jibbu hin raawwannu.

Yihowaan akka hannu, akka machoofnuufi qoricha sammuu namaa hadoochu akka fudhannu hin barbaadu.

Waaqayyo nama ajjeesuu, ulfa baasuufi gadhaaʼummaa ni balaaleffata. Akka sassatnuufi namoota kaanii wajjin akka wal lollus hin barbaadu.

Waaqayyolii tolfamoo waaqeffachuu ykn gochawwan hafuura xuraaʼoo raawwachuu hin qabnu.

Namoonni wanta hamaa hojjetan lafa Jannata taatu keessa hin jiraatan.

  • Waaqayyo ayyaana heduudhaaf ilaalcha akkamii qaba?—Keessa Deebii 18:10-12.

  • Waaqayyolii tolfamoo waaqeffachuu kan hin qabne maaliifi?—Isaayaas 44:15-20.

Wanta gaarii taʼe raawwadhu. Maatewos 7:12

Wantoota Waaqayyo gammachiisan—warra kaan jaallachuu, amanamoo taʼuu, dhiifama gochuu

Waaqayyoon gammachiisuu yoo barbaanne, fakkeenyasaa hordofuuf carraaquu qabna.

Gaarummaa argisiisuufi arjaa taʼuudhaan namoota akka jaallattu argisiisi.

Amanamaa taʼi.

Ooʼa qabeessaafi dhiifama kan gootu taʼi.

Dhugaa Baatonni Yihowaa lama nama tokkoof lallabaa jiru

Waaʼee Yihowaafi waaʼee karaawwansaa namootatti himi.—Isaayaas 43:10.

  • Fakkeenya Yihowaa hordofi.—1 Phexros 1:14-16.

  • Jaalala qabaadhu.—1 Yohannis 4:7, 8, 11.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi