LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • snnw far. 141
  • Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu
  • Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jireenya Qajeelchaa
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Jireenyi Ajaaʼiba
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
snnw far. 141

Faarfannaa 141

Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Luqaas 10:6, NW)

  1. ‘Dhugaa lallabaa’ jedheera Yesus;

    Inni hundaaf lallabeera,

    Yeroo hoʼaa, awwaararras.

    Hoolota Yihowaa ni jaallate.

    Fagoo deemee

    Dhamaatiidhaan isaan argate.

    Manaa manat’, karaarrattis,

    Rakkoon kan hafu taʼuusaa

    Ni himna hundat’ oduu gammachiisaa.

    (WALLEE)

    Addunyaarraa

    Michoota nagaa ni barbaanna;

    Nama fayyu

    Argachuuf cimnee tajaajilla.

    Hundat’ himuuf

    Ni carraaqna.

  2. Yeroon waan darbuuf dafnee lallabna.

    Miliyoona kan taʼan keessaa,

    Tokkollee oolchuuf dhamaana.

    Jaalalaan kaanee, deebinee dhaqna.

    Garaan cabe ni fayya,

    jabina argata.

    Bakka hundumaa ni deemna,

    Kan dhagaʼu yoo arganne,

    Ni gammanna hojicha itti fufna.

    (WALLEE)

    Addunyaarraa

    Michoota nagaa ni barbaanna;

    Nama fayyu

    Argachuuf cimnee tajaajilla.

    Hundat’ himuuf

    Ni carraaqna.

(Dabalataan, Isa. 52:7; Mat. 28:19, 20; Luq. 8:1; Rom. 10:10 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi