LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 45
  • Wantan Garaa Kootti Yaadu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantan Garaa Kootti Yaadu
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gadi Fageenyaan Yaaduu
    Dammaqaa!—2014
  • Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Filiphisiyus 4:8—“Wanta Dhugaa Taʼe Hunda, . . . Wantoota Kana Yaaduu Keessan Itti Fufaa”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • “Wantoota Kana Yaaduu Keessan Itti Fufaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 45

FAARFANNAA 45

Wantan Garaa Kootti Yaadu

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Faarfannaa 19:14)

  1. 1. Wantin garaa kootti yaadu,

    Wantin guyyaatti xiinxalu,

    Kan na jabeessu haa taʼu,

    Si Gooftaa koottis kan tolu.

    Yaaddoon sammuu koo baayʼatee

    Yoon bule hirriba dhabee,

    Garaan koo waan sirriirratti

    Haa yaadu waan hamaa jibbee.

  2. 2. Waan qulqulluuf dhugaarratti,

    Waan gaarii taʼe hundumaa,

    Wanta taʼe jaallatamaa,

    Yaaduudhaan nagaan argama.

    Gooftaa, yaanni kee guddaa dha!

    Gatiinsaa yoom shallagama!

    Dubbii keerrattan xiinxala,

    Yaadasaatiinan qabama.

(Dabalataan, Far. 49:3; 63:6; 139:17, 23; Filp. 4:7, 8; 1 Xim. 4:15 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi