FAARFANNAA 140
Jireenya Dhuma hin Qabne!
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
1. Sitti haa mulʼatu mee,
Nagaa guutuun argamee.
Gammachuudhaan guutamnee,
Rakkoorraa furamnee.
(BUUSAA)
Gammachuun faarfadhu!
Yaadi abdii qabdu.
Jireenya bara baraa,
Jiraatta lafarra!
2. Dargaggoo taʼu hundi,
Michuu Waaqaa ti marti.
Rakkoon bade siʼachi,
Sodaa fi booʼichi.
(BUUSAA)
Gammachuun faarfadhu!
Yaadi abdii qabdu.
Jireenya bara baraa,
Jiraatta lafarra!
3. Jannata keessa galla,
Ulfina Waaqaa jajna.
Bara baraaf jiraanna,
Yihowaa faarsina.
(BUUSAA)
Gammachuun faarfadhu!
Yaadi abdii qabdu.
Jireenya bara baraa,
Jiraatta lafarra!
(Dabalataan, Iyo. 33:25; Far. 72:7; Mul. 21:4 ilaali.)