LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 12 ful. 15
  • Jaalala Qabaachuu fi Miira Namootaa Hubachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalala Qabaachuu fi Miira Namootaa Hubachuu
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Miira Hoʼaa Qabaachuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Garaa Tuquuf Carraaquu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Miira Haalasaatiif Ta’uun Dubbachuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Bifa Mariitiin Dhiheessuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 12 ful. 15

QOʼANNAA 12

Jaalala Qabaachuu fi Miira Namootaa Hubachuu

Caqasa kenname

1 Tasalonqee 2:7, 8

YAADA IJOO: Dhaggeeffattoota kee garaadhaa akka jaallattuu fi isaan gargaaruu akka barbaaddu argisiisi.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Waaʼee dhaggeeffattoota keetii yaadi. Rakkina isaan mudachaa jiru yaadachuudhaan garaa kee qopheessi. Maal akka isaanitti dhagaʼamu tilmaamuuf yaali.

  • Jechoota kee of eeggannoodhaan filadhu. Dhaggeeffattoota kee haaromsuu, jajjabeessuu fi cimsuuf yaalii godhi. Utuu hin barbaachisin jechoota isaan mufachiisanitti hin fayyadamin, akkasumas namoota hin amanne ykn wanta isaan itti amanan akka tuffattu karaa argisiisuun hin dubbatin.

  • Akka isaaniif yaaddu argisiisi. Sagalee gaarummaa argisiisuu fi sochii qaamaa sirrii taʼeen dhaggeeffattoota keetiif garaadhaa akka yaaddu argisiisi. Ibsa fuula keetiin kennituuf of eeggannoo godhi; darbii darbii seeqi.

    Gorsa gaarii

    Of dirqisiistee miira kee hin ibsin ykn hin arbeessin. Yeroo dubbistu miira barreeffamicha keessa jiru ibsi, haa taʼu malee, garmalee xiyyeeffannaa ofitti hin harkisin. Karaa gaarummaa fi jaalala argisiisuun dubbachuuf yaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi