LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-copgm19 ful. 4
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2018-2019—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbadhaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Ija Jabinaan Lallabuudhaan Fakkeenya Yesus Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Sagalee Waaqayyoo Ija Jabummaadhaan Dubbadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Sodaa Keenya Nuu Balleessi
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2018-2019—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
CA-copgm19 ful. 4

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa:

  1. Yihowaan ija jabina akka nuuf kennu amanannaadhaan isa gaafachuu kan dandeenyu maaliifi? (Far. 138:3, NW)

  2. Akkuma tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan bara durii ija jabeeyyii taʼuu kan dandeenyu akkamitti? (HoE. 4:31)

  3. Tajaajila irratti akkuma taʼetti ija jabina argachuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Tas. 2:2)

  4. Yommuu dhiibbaan nu irra gaʼu wanti ija jabinaan tarkaanfii fudhachuuf nu dandeessisu maali dha? (1 Phe. 2:21-23)

  5. Ija jabinni Kiristiyaanota taʼuudhaan argisiisnu badhaasa akkamii nuuf argamsiisa? (Ibr. 10:35)

© 2018 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi