LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm22 ful. 8
  • Odeeffannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Odeeffannoo
  • 2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Odeeffannoo
    2021 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Odeeffannoo
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Odeeffannoo
    2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Odeeffannoo
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
2022 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
CO-pgm22 ful. 8

Odeeffannoo

Cuuphaa Kaadhimamtoonni cuuphaa sagantaa Sanbadduraa ganamaa booda cuuphamuu akka dandaʼaniif jaarsoliin keessan akkuma haala naannichaatti qophii mijataa ni godhu.

Buusii Walgaʼiin naannoo kun afaan 500 oliin hiikama. Buusiin isin fedhiidhaan gootan hojii addunyaa maratti raawwatamu kana deggeruuf oola. Weebsaayitii donate.jw.org ilaaluudhaan intarneetiidhaan buusii gochuu dandeessu. Buusii gootan hundumaaf guddaa isin galateeffanna. Qaamni Ol Aanaan, deggersa hojii Mootummichaatiif gaarummaadhaan gootaniif guddaa isin galateeffata.

Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamuun dargaggeessa tokko Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jiru.

Qajeelchitoonni tajaajila isaanii balʼifachuu barbaadanii fi umuriin isaanii waggaa 23 hanga 65 taʼe, barreessaa gumii isaanii haasofsiisuudhaan foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa intarneetiidhaan guutamu akka guutan affeeramaniiru.

Qaama Ol Aanaa Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan Qophaaʼe

© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi