LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp17 Lakk. 4 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kitaabni Qulqulluun dhiphina dandamachuuf si gargaaruu ni dandaʼaa?
  • Dhiphinni guutummaatti baduu ni dandaʼaa?
  • Yaaddoo Keessan Hundumaa Isa Irratti Gataa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Yaaddoo
    Dammaqaa!—2016
  • Dhiirota Dhiphatan Kitaabni Qulqulluun Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Dhiphina Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffii Dargaggootaa
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
wp17 Lakk. 4 ful. 16
Maatii Jannata keessa jiru

Bulchiinsa Mootummaa Waaqayyoo jalatti, namoonni “nagaa guutuutti jiraachuu isaaniitiin sonaan in gammadu.”—Faarfannaa 37:11

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun dhiphina dandamachuuf si gargaaruu ni dandaʼaa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Taʼuu dandaʼa

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

“[Waaqayyo] isiniif waan yaaduuf yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.” (1 Pheexiros 5:7) Kitaabni Qulqulluun, Waaqayyo dhiphina isin irra gaʼu akka damdamattan isin gargaaruu akka dandaʼu dubbata.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Kadhannaa dhiheessuudhaan, ‘nagaa Waaqayyoo’ isa dhiphinni akka hirʼatu godhu argachuu dandeessa.—Filiphisiiyus 4:6, 7.

  • Kana malees, Dubbii Waaqayyoo dubbisuun dhiphina dandamachuuf isin gargaara.—Maatewos 11:28-30.

Dhiphinni guutummaatti baduu ni dandaʼaa?

Namoonni tokko tokko . . . dhiphinni jireenya ilmaan namootaa keessatti waanuma eegamu akka taʼe yommuu dubbatan, kaan immoo dhiphina irraa walaba kan taʼan duʼa booda akka taʼe amanu. Maal sitti fakkaata?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

Waaqayyo wantoota dhiphinaaf sababa taʼan ni balleessa. “[Duuti] kana booda hin jiru; gaddis taʼe iyyi yookiin cinqiin kana booda hin jiru.”—Mulʼata 21:4.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Bulchiinsa Mootummaa Waaqayyoo jalatti, namoonni nagaa fi tasgabbiidhaan jiraatu.—Isaayaas 32:18.

  • Dhiphinnii fi yaaddoon hin barbaachisne hin yaadatamu.—Isaayaas 65:17.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamuu fi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa3ffaa ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi