LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/06 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 4/06 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Gur. 1

“Hundi keenyayyuu jiraachuuf qarshiin nu barbaachisa. Haata’u malee, balaa 1 Ximotewos 6:10⁠rratti caqasamerraa of eeguu kan qabnu sitti hin fakkaatuu? [Caqasicha dubbisiifiitii hanga deebii kennutti eegi.] Barruun Masaraa Eegumsaa kun, balaawwan qabeenyi geessisu tokko tokkoofi of eeggannoo gochuun nu barbaachisu ilaalchisee ibsa kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Gur. 15

“Addunyaarratti akka bituuf bulchaa tokko filadhu utuu jedhamtee eenyuun filatta turte? Masaraan Eegumsaa kun, Masiihiin Waaqayyoo lafa akka bulchu filate ulaagaa kana kan guutu ta’uusaa mirkaneessa. Akkasumas eebba bulchiinsisaa dhala namaatiif fidu ibsa.” Isaayaas 9:6, 7 dubbisi.

MASARAA EEGUMSAA Bit. 1

“Namoonni baay’een abboommii Yesus Yohannis 13: 34, 35⁠rratti kenne hojiirra oolchuudhaan wal jaallachuu akka qabnu ni amanu. [Caqasicha dubbisi.] Haata’u malee, namoota barumsa Yesus kana hojiirra oolchan argachuu kan dandeenyu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun Kiristiyaanota dhugaa akkamitti beekuu akka dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Bit. 2006

“Jaalalli gammachuufi nagaa namaaf argamsiisa. Ta’us namoonni baay’een jaalala dhugaa argachuun isaan rakkisa. Maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Wanti guddaan jaalala dhugaa argachuuf nu gargaaru jaalala ofittummaarraa walaba ta’e warra kaanitti argisiisuudha. Barruun kun kana gochuun maalfaa akka dabalatu ibsa.” 1 Qorontos 13:4-7 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi