LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/08 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 4/08 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Bit. 1

“Ilaalcha caqasa baay’ee beekamaa ta’e kanaaf qabdu beekuun barbaada. [Yohannis 3:16 dubbisiif.] Duuti nama tokkoo namootaaf jireenya barabaraa argamsiisuu kan danda’u akkamitti jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun faayidaa du’a Yesusirraa argannu ilaalchisee ibsa ifaafi quubsaa ta’e kenna.”

Dammaqaa! Bit.

“Namoonni caalaatti Waaqayyootti akka dhihaatan gargaaraa jirra. Dhaabbileen amantii hundi kana gochuu kan danda’an sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun waaqeffannaa tokko tokko ilaalchisee maal akka jedhu hubadhu. [Maarqos 7:7 dubbisiif.] Namni tokko amantiin tokko “abboommii namaa” utuu hin ta’in, dhugaa kan barsiisu ta’uusaa beekuu kan danda’u akkamitti? Amantii dhugaa beekuun ni danda’amaa? Barruun kun deebiiwwan gaaffii kanaa kan qabatedha.”

MASARAA EEGUMSAA Bit. 1

“Abdii Macaafa Qulqulluu tokko sitti himuu barbaanna. Yeroo mara waa’ee rakkinaa, dhukkubaafi du’aa dhageenya. Yeroon kana hundarraa walaba taanu ni dhufa jettee yaaddee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasni Macaafa Qulqulluu kun namoota miliyoonaan lakkaa’amaniif abdii kenneera. [Yohannis 3:16 dubbisiif.] Yaanni ijoo baruu kanaa, ‘Duuti Yesus Si Fayyisuu Kan Danda’u Akkamitti?’ kan jedhudha.”

Dammaqaa! Bit.

“Amantiin aadaarratti hundaa’e kan nama hin miine ykn balaa kan hin qabne sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun yaada nama gammachiisu kenna. [Isaayaas 65:11 dubbisiif.] Matadureen kun amantiin aadaarratti hundaa’e barumsa Macaafa Qulqulluu wajjin kan walsimuufi hin simne ta’uusaa ilaalchisee ibsa kenna.” Mataduree ful. 10⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi