LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/07 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2007
km 3/07 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Gur. 1

“Namni hundumtuu gorsa kana utuu hojiirra oolchee lafti kun bakka jireenyaa gaarii ni taati jettee yaaddaa? [Efesoon 4:25 dubbisiifiitii hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni baay’een al tokko tokko sobuun ni danda’ama jedhanii yaadu. Barruun kun yeroo hundumaa dhugaa dubbachuun bu’aa maalii akka qabu dubbata.”

Dammaqaa! Gur. 2007

“Addunyaarratti rakkinni kan baay’ate sababii 1 Yohannis 5:19⁠rra jiruunidha jettee yaaddaa? [Caqasicha dubbisiif. Achiis hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun, ‘inni hamaan’ eenyu ta’uusaa ilaalchisee Macaafni Qulqulluun maal akka jedhuufi dhiibbaa cimaa inni nurraan ga’u mo’uu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsa.” Mataduree ful. 12⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Gur. 15

“Namoonni tokko tokko lafa kan balleessaa jiru namootumadha jedhanii yaadu. Waa’een kanaa si yaaddessee beekaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Abdii nama jajjabeessu kana qalbeeffadhu. [Mul’ata 11:18 dubbisiif.] Barruun kun wanta lafa irra jiraannu kana adda taasise ibsa. Akkasumas, gara fuulduraatti lafti maal akka taatu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluu jedhu addeessa.”

Dammaqaa! Bit. 2007

“Yeroo ammaatti rakkoowwan dargaggoota mudatan keessaa tokko tokko maalfaa sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Rakkoon inni tokko hiriyaa gaarii dhabuu akka ta’e caqasni kun ni ibsa. [Fakkeenya 13:20 dubbisiif.] Barruun kun hiriyoota barbaachuuf jecha Intarneetiidhaan gargaaramuun balaa maalii akka qabuufi dargaggoonni eegumsa argachuu kan danda’an akkamitti akka ta’e ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi