LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp20 Lakk. 2 ful. 16
  • Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mootummaa Waaqayyoo Ilaalchisee Dhugaa Jiru
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • Yesus Waa’ee Mootummaa Waaqayyoo Maal Barsiise?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • “Mootummaan Kee haa Dhufu”—Kadhannaa Namoonni Miliyoonaan Lakkaaʼaman Dhiheessan
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
wp20 Lakk. 2 ful. 16

Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Namichi tokko gamoo mootummaa tokko fuuldura taaʼee Kitaaba Qulqulluu yommuu dubbisu.

Namoonni baayʼeen Mootummaan Waaqayyoo akka dhufu ni kadhatu; garuu, ati Mootummaan Waaqayyoo maal akka taʼee fi maal akka raawwatu yaaddee beektaa?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL AKKA JEDHU ILAALI:

  • Mootummaan Waaqayyoo maalidha?

    Bulchiinsa samii yeroo taʼu, Mootiin isaammoo Yesuus Kiristoosi.—Isaayyaas 9:6, 7; Maatewos 5:3; Luqaas 1:31-33.

  • Mootummaan Waaqayyoo maal raawwata?

    Wantoota hamoo taʼan hundumaa balleessee namoota lafarra jiraataniif nagaa bara baraa argamsiisa.—Daaniʼel 2:44; Maatewos 6:10.

  • Hundumaa dura Mootummicha barbaaduu jechuun maal jechuudha?

    Mootummaa Waaqayyoo deggeruu fi lafarratti wanti Waaqayyo barbaadu akka raawwatamu kan godhu Mootummaa kana qofa akka taʼe amanuu jechuudha.—Maatewos 6:33; 13:44.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi