LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Amajjii ful. 7
  • Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yeroo Rakkinaatti Yihowaan Akka Si Gargaaru Amani
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Amalli Izraa Yihowaaf Ulfina Fideera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Gargaarsa Waaqayyootti Amanamuu
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Qabiyyee Izraa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Amajjii ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IZRAA 6-10

Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada

Yihudoonni Izraa wajjin gara Yerusaalemitti deebiʼuuf Baabilon keessaa baʼaa jiru
Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Izraan gara Yerusaalemitti deebiʼuuf qophii godhe

7:6, 22; 8:26, 27

  • Izraan Yerusaalemitti deebiʼee waaqeffannaa Yihowaa achi jiru babalʼisuuf Artashaastaa Mooticha irraa heyyama argate

  • Mootichis mana Yihowaatiif “wanta inni gaafate hundumaa,” jechuunis warqee, meetii, qamadii, daadhii wayinii, zayitii fi soogidda Izraadhaaf ni kenne; gatiin wantoota kanaa yeroo ammaatti doolaara Ameerikaa 100,000,000 ol taʼa

Izraan Yihowaan tajaajiltoota isaa akka eegu isatti amanameera

7:13; 8:21-23

  • Gara Yerusaalemitti deebiʼuun rakkisaa dha

  • Karaan irra deemanii taʼuu dandaʼu gara kiiloo meetira 1,600 siʼa taʼu, naannoo balaadhaaf nama saaxilu keessa qaxxaamuruu gaafata

  • Karaan isaa gara jiʼa 4 isaanitti fudhate

  • Namoonni deebiʼan amantii cimaa, waaqeffannaa dhugaatiif hinaaffaa qabaachuu fi ija jabeeyyii taʼuu qabu turan

WANTOOTA IZRAAN FUDHATEE DEEME

Warqii fi meetii taalaantii 750 (gara 26500 kg) ol ulfaatu

RAKKOOWWAN NAMOOTA DEEBIʼAN IRRA GAʼAN

Tuuta shiftaa, gammoojjii, bineensota daggalaa hamoo

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi