BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 12-13
Barumsa Nahimiyaa Irraa Argannu
Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaa hinaaffaadhaan eegeera
Eliyaashiib Angafni Lubaa, Xobiiyaa inni gantuu fi mormituu taʼe dhiibbaa akka isa irratti godhu heyyame
Eliyaashiib Xobiiyaadhaaf mana qulqullummaa keessaa kutaa kuusaa kenneef
Nahimiyaan miʼa manaa Xobiiyaa hunda gad daddarbatee kuticha qulqulleessuudhaan sirriitti faayidaa irra akka oolu godhe
Nahimiyaan wantoota qulqulluu hin taane hunda Yerusaalem keessaa balleessuu isaa itti fufe