LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 7
  • Asteer Saba Waaqayyootiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Asteer Saba Waaqayyootiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Saba Waaqayyootiif Falmiteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Sabasheetiif Jecha Ogummaafi Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Asteer Yihowaa fi Saba Isaatiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mordekaayiifi Asteer
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ASTEER 1-5

Asteer Saba Waaqayyootiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti

Asteer saba Waaqayyoo yeroo oolchitetti amantii cimaa fi ija jabina akka qabdu argisiisteetti

  • Utuu hin waamamin gara mootichaatti ol seenuun duʼa namatti fiduu dandaʼa. Mootichi guyyoota 30f Asteer akka ol seentu ishii hin afeerre.

  • Ahashweros Mootichi, inni Xaraksiis 1⁠ffaa akka taʼe yaadamu nama baayʼee hamaa ture. Yeroo tokko, namichi tokko bakka lamatti baqaqfamee akka akeekkachiisaatti namoonni akka isa ilaalan ajajee ture. Akkasumas waan isaaf hin ajajamneef Waashtii mootittiin aangoo ishii irraa akka buutu taasiseera.

  • Asteer Yihudii taʼuu ishii beeksisuu fi mootichi gorsaa isaa inni amanuun akka gowwoomfame isa amansiisuu qabdi turte.

Asteer Mootittiin fiixee siiqqee Ahashweros Mootichi mana mootummaa isaa keessa qabatee taaʼu tuqxe
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi