LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 5
  • Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Dhiifama Kan Godhu Taʼuunsaa Siif Hiika Maalii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Naataan—Amanamummaadhaan Waaqeffannaa Dhugaa Deggereera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Rakkoo Maatii Daawitirra Ga’e
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 45-51

Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu

Daawit fakkeenya waaʼee namicha sooressaa namicha hiyyeessa jalaa hoolaa isaa fudhatee erga dhagaʼee booda qalbiin isaa yommuu isa ceephaʼu

Faarfannaa 51 kan barreesse Daawiti dha; kan barreesses cubbuu cimaa inni Baat-Sheebaa wajjin raawwate Naataan raajichi erga itti himee booda dha. Daawit qalbiin isaa waan isa ceephaʼeef gad of qabuudhaan cubbuu raawwate himateera.—2Sam 12:1-14.

Daawit cubbuu hojjetus hariiroo Yihowaa wajjin qabu fooyyessuu ni dandaʼa ture

51:3, 4, 8-12, 17

  • Yaada isaa geddarachuu fi cubbuu hojjete himachuu isaa dura, qalbiin isaa baayʼee isa jeeqee ture

  • Waaqayyo duratti fudhatama dhabuun isaa waan isa dhiphiseef akka nama lafeewwan isaa caccabaniitti isatti dhagaʼamee ture

  • Dhiifama argachuu, hariiroo Yihowaa wajjin qabu fooyyeffachuu fi gammachuu duraan qabu deebisee argachuu barbaadee ture

  • Yihowaan ajajamuuf fedhii akka qabaatu akka isa gargaaruuf gad of qabuudhaan kadhatee ture

  • Yihowaan dhiifama akka isaaf godhu mirkanaaʼaa ture

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi