LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 3
  • Golgaa Isa Hundumaa Gararraa Keessa Jiraadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Golgaa Isa Hundumaa Gararraa Keessa Jiraadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kiyyoo Adamsaa Jalaa Ooluu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2018
  • Dhoksaa Beekuu Barbaannu
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • Kan Yihowaa Ta’uun Ayyaana Waaqayyoo Argachuudha
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 3

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | FAARFANNAA 87-91

Golgaa Isa Hundumaa Gararraa Keessa Jiraadhaa

‘Golgaan’ Yihowaa nageenya hafuuraa argamsiisa

91:1, 2, 9-14

  • Yeroo harʼaatti golgaa Yihowaa keessa jiraachuuf of murteessuu fi cuuphamuun barbaachisaa dha

  • Namoonni Waaqayyotti hin amanamne bakka kana hin beekan

  • Namoota golgaa Yihowaa keessa jiran irratti, namni ykn wanti amantii isaan Waaqayyo irratti qabanii fi jaalala isaan isaaf qaban balaadhaaf saaxiluu dandaʼu kam iyyuu dhiibbaa isaan irratti hin geessisu

‘Adamsaan’ kiyyootti nu galchuuf yaalii godha

91:3 hiika bara 1899

  • Simbirroonni dammaqoo waan taʼaniif kiyyoodhaan isaan qabuun rakkisaa dha

  • Namni tokko simbirroota qabuuf amala simbirrootaa of eeggannoodhaan qorachuu fi mala ittiin isaan qabu beekuu qaba

  • Seexanni, inni “adamsaa” taʼe saba Yihowaa qorachuudhaan, kiyyoo karaa hafuuraa akka mancaʼan isaan gochuu dandaʼu qopheessa

Simbirri tokko kiyyoo adamsaan riphee eeggachaa jiru tokko kaaʼe yommuu ilaaltu

Kiyyoowwan balaa cimaa geessisanii fi Seexanni itti fayyadamu afur:

  • Kiyyoowwan hafuuraa sodaa namaa, jaalala qabeenyaa, bohaartii gadhee fi garaa garummaa yaadaa dabalata

    Sodaa Namaa

  • Farankaa wal irra tuulame

    Jaalala Qabeenyaa

  • Maatiin jaarraa jalqabaatti ture mana tiyaatiraa Roomaatii yommuu ba‵u

    Bohaartii Gadhee

  • Namoonni jaarraa jalqabaatti jiraatan lama yommuu wal falman

    Garaa Garummaa Yaadaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi