LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 2
  • “Garaa Kee Guutuu Waaqayyoon Amanadhu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Garaa Kee Guutuu Waaqayyoon Amanadhu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Yeroo Hunda Wanta Sirrii Akka Raawwatu ni Amantaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Amantii Qabaachuudhaan—Murtoo Ogummaa Irratti Hundaaʼe Godhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Fakkeenya 3:5, 6—“Hubannaa Ofii Keetiitti Hin Hirkatin!”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • Murtoowwan Dhuunfaa kan Gootan Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAKKEENYA 1-6

“Garaa Kee Guutuu Waaqayyoon Amanadhu”

Namni bara durii tokko yommuu kadhatu

Garaa keenya guutuu Yihowaatti amanamuu qabna. Hiikni maqaa isaa, amanannaa dandeettii inni abdii kenne hunda raawwachuuf qabu irratti qabnu nuuf cimsa. Amanannaa Yihowaa irratti qabnu cimsachuuf kadhannaan barbaachisaa dha. Fakkeenyi boqonnaa 3 Yihowaan yoo isatti amanamne ‘daandii keenya nuuf qajeelchuudhaan’ akka nu eebbisu mirkaneessa.

Namni ogummaa qaba ofiin jedhu . . .

3:5-7

  • qajeelfama Yihowaa utuu hin gaafatin dursee murtoo godha

  • ilaalcha ofii isaatti ykn ilaalcha addunyaatti amanama

Namni Yihowaatti amanamu . . .

  • Kitaaba Qulqulluu qoʼachuudhaan, xiinxaluu fi kadhannaadhaan Yihowaa wajjin hariiroo cimaa qabaata

  • murtoo yommuu godhu dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu qoruudhaan Yihowaan akka isa qajeelchu godha

FILANNOO ISA KAMTU KARAA ANI MURTOO ITTI GODHU ARGISIISA?

TOKKOFFAA: Wanta gaarii akka taʼe natti dhagaʼamun filadha

LAMMAFFAA: Yihowaan murtoo koo akka naaf eebbisuun kadhadha

TOKKOFFAA: Kadhannaa fi qoʼannaa dhuunfaa gochuudhaan qajeelfama Yihowaan gaafadha

LAMMAFFAA: Karaa dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wajjin walsimun hordofa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi