LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 3
  • ‘Mootiin Qajeelummaadhaaf ni Mo’a’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Mootiin Qajeelummaadhaaf ni Mo’a’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Ofii Keessaniifis Taʼe Tuuta Hoolotaa Hundaaf Xiyyeeffannaa Kennaa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • ‘Karra Hoolotaa Waaqayyo Tikaaf Isinitti Kenne Eegaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Warra Karra Hoolotaa Keessaa Badan Gargaaraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 29-33

‘Mootiin Qajeelummaadhaaf Mo’a’

Yesuus Mootichi, ‘gurguddoota firdii’ ykn jaarsolii tuuta hoolotaa kunuunsan ni qopheessa

32:1-3

  • Akka “da’oo bubbee jalaa itti baqatanii,” ariʼatamaa fi abdii kutachuu isa akka qilleensa jabaa taʼe irraa tuuta hoolotaa eeguuf cimanii hojjetu

  • Akka “bishaan lafa gogaa keessa yaa’uu,” warra karaa hafuuraa dheebotaniif dhugaa qulqulluu isa hin mancaane dhiheessuudhaan isaan qabbaneessu

  • Akka “gaaddisa kattaa guddaa isa lafa dheebotaa keessa jiruu,” tuuta hoolotaatiif karaa hafuuraa qajeelfamaa fi jajjabina kennuudhaan boqonnaa isaaniif argamsiisu

    Nama bara durii, bokkaa bubbee hamaa qabu jalaa dheessaa, bishaan burqituu dhugaa fi gaaddisa jala taaʼee jiru
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi